Qonna Gannaa bara kanaarraa oomishni Qamadii kuntaalli miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 75 ni eegama …
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Qonnaa gannaa baranaatiin lafa heektaara miiliyoona 4.5 qamadiin uwwifamerraa callaa kuntaalli miiliyoonni 100fi miiliyoonni 75 ni abdatama jedhan…