Tewoodiroos Adihaanoom ABUT’f sagalee ta’uun hojjechaa tureera-Gaazexeessaa Alistar Toomsan
Finfinnee, Fulbaana 2, 2015 (FBC) – Daayrektarri Olaanaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Tewoodiroos Adihaanoom garee shororkeessaa ABUT’f afaan ta’uun waraana odeeffannoo hogganaa turuu…