Tajaajila loojistiksii sadarkaa isaa eeggateef sirna baaburaa ammayyaa’aa dhugoomsuun…
Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC) – Ministeerri Geejjibaafi Loojistiksii Itiyoophiyaan tajaajila loojistiksii sadarkaa idil-addunyaa eeggate akka qabaattuuf sirna baaburaa ammayyaa’aa…