Himaammanni maallaqaa qaala’insa gatii gara dijiitii tokkootti gadi buusuu irratti xiyyeeffata…
Finfinnee, Onkoloolessa 6, 2018 (FMC) - Imaammanni maallaqaa naamusa guddaan kan hogganamuu fi dhawaataan qaala’iinsa gatii gara dijiitii tokkootti hir’isuu irratti kan xiyyeeffatu dha…