Gaaboon Gurgurtaa kaarbooniirraa Yuuroo miiliyoona 275 argachuuf karoorfatte
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Gaaboon bosonaa ishee gabaa kaarbooniif dhiyeessuun galii Yuuroo miiliyoona 275 argachuuf karoorfachuu beeksifte.
Biyyattiin galii ishee kana kan…