Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 26 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Marsaa sadiin lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 26 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame.
Lammiilee kanneen keessaa 845 dhiirota, 153…