Jilli Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Booranaa gale
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Booranaa Aanaa Mooyyalee galeera.
Jilichaaf Abbootiin Gadaa,…