Biriitaaniyaan dabalataan lammiilee Raashiyaa 370 irra qoqqoobbii keesse
Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC) – Biriitaaniyaan dabalataan lammiilee Raashiyaa 370 irra qoqqoobbii kaa’uu beeksiifte.
Biyyattii lammiilee Raashiyaa deeggartoota…