Raashiyaan Giddugala oomisha Miisaa’ela Yuukreen barbadeessuu beeksifte
Finfinnee, Eebila 8, 2014 (FBC) – Raashiyaan Giddugala oomisha Miisaa’ela Yuukreen dhiyeenya Keeyivitti argamu barbadeessuu beeksifte.
Haleellichi Yuukreen doonii waraanaa Raashiyaa…