Oromiyaatti hojii eegumsa biyyeefi bishaanii hojjetameen Saaxilamummaan balaa hir’ate- BQO
Finfinnee, Guraandhala 24, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti hojii Eegumsa biyyee fi bishaanii kutaalee hawaasaa hirmaachiisee hojjetameen saaxilamummaan balaa hir’ateera jedhe Biiroon Qonnaa…