Keeniyaatti dho’insa taankarri boba’aa muudateen namoonni 13 du’an
Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Keeniyaatti dho'insa taankarii boba'aa Lixa biyyattiitti guyyaa kaleessaa muudateen yoo xiqqaate namoonni 13 lubbuusaanii dhabuu ibsameera.…