Uummata Oromoo diinagdeen aangeessuuf cichoominaan hojjetamaa jira – Obbo Addisuu Araggaa
Finfinnee, Ebla 16, 2017 (FMC) – Waltajjiin Mana maree Tiraanisfoormeeshinii Qonnaa Oromiyaa marsaan 3ffaan qonna naannichaa ammayyeessuufi ceesisuurratti xiyyeeffate Galma Waajjira…