Jeneraal Birhaanuu Juulaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ingiliiz waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC)- Eetaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Jeneraal Birhaanuu Juulaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ingiliiz Aliistaar Miisiipeel waliin mari’ataniiru.…