Kaanaadaatti bara baajatichaatti ijaarsa hidha haaromsaa guddichaaf galiin doolaarri kumni dhibbi 3…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC)-Bara baajatichaatti Ityoophiyaanoonni Kaanaadaa bulchisoota garagaraa keessa jiraatan hidha haaromsaa guddichaaf galiin doolaara kuma dhibba 3 fi kuma 76…