Oduu biyya keessaa Walga’iin addaa Mana Maree Ministirootaa IGAD 72ffaan gaggeeffame Sifen Megersa Jun 24, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC) - Walga’iin addaa Mana Maree Ministirootaa Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa 72ffaan dhimmoota Sudaan Kibbaa, Soomaaliyaa, Covid -19 fi…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Ahimad Shideen durfamu buufata Barbaaraa daawwate Obse Wakgari Jun 24, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shideen durfamu Buufata Barbaaraa daawwateera. Jilichi Ministira Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad…
Oduu biyya keessaa Daandiin addabaabaayii Puushkiin hanga Gootaraa Massaalaca geessuu sochii tiraafikaaf banaa ta’e Obse Wakgari Jun 24, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC)- Daandiin addabaabaayii Puushkiin irraa ka’ee gara Gootaraa Massaalaca geessuu sochii tiraafikaaf banaa ta’eera. Daandichi dheerina meetira 320 qabuu…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa Proojektii Bishaan Dhugaatii fi Jallisiif waliigalteen Doolaara miiliyoona 94 mallattaa’e Sifen Megersa Jun 24, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC) - Ijaarsa Proojektii Bishaan Dhugaatii fi Jallisii raawwachuuf waliigalteen Doolaara miiliyoona 94 mallattaa’eera. Waliigaltichi…
Oduu biyya keessaa Filannoon gaggeeffame haqa qabeessaa fi diimookiraatawaa ture – Waldaalee Siivilii Oromiyaa Sifen Megersa Jun 24, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC) - Filannoon gaggeeffame haqa qabeessa, diimookiraatawaa fi hawaasa biratti fudhatama qabaachuu Waldaaleen Siivilii Oromiyaa Beeksise.…
Oduu biyya keessaa Jilli Ityoophiyaa Ministira Dhimma Alaa Saa’ud Arabiyaa waliin mari’ate Sifen Megersa Jun 24, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC) - Jilli Ityoophiyaa Ministira Dhimma Alaa Saa’ud Arabiyaa waliin haala lammiilee gara biyyaa deebisuun danda’amurratti mari’ateera.…
Oduu biyya keessaa Aadde Loomii Badhoo Godina Shawaa Bahaa fi Aanaa Lumeetti duula Ashaaraa Magaariisaa jalqabsiisan Obse Wakgari Jun 24, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC)- Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo aanaa Godina Shawaa Bahaa fi Aanaa Lumeetti duula Ashaaraa Magaariisaa jalqabsiisaniiru. Hooggansii fi…
Oduu biyya keessaa Ololli gareen ABUT naannoo Tigraay iddoolee tokko tokko injifadheera jechuun tamsaasu odeeffannoo… Sifen Megersa Jun 24, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC) - Ololli gareen Shororkeessaa ABUT naannoo Tigraay iddoolee tokko tokko injifadheera jechuun tamsaasu odeeffannoo sobaa ta’uu Raayyaan Ittisaa Biyyaa…
Oduu biyya keessaa Lammiilee Saa’ud Arabiyaatti argaman torbee lama keessaatti gara biyyaa deebisuuf hojjetamaa jira… Obse Wakgari Jun 24, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC)- Lammiilee Saa’ud Arabiyaatti argaman yoo xiqqatee torbee lama keessaatti gara biyyaa deebisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksisee.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abrahaam Balaay Proojektii Wancii – Dandii daawwataa jiru Sifen Megersa Jun 24, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC) - Dooktar Abrahaam Balaay Proojektii maaddii biyyaa Wancii - Dandii daawwataa jiru jedhame. Dooktar Abrahaam Balaay Qindeessaa Proojektii…