Fayyaa Mallatoolee dhibee Tiruu Obse Wakgari Jun 24, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC)- Dhibeen Tiruu (Hepatitis) mallattoolee gurguddoo shan qaba. Mallattoo dhibee tiruu keessaa inni tokkoo dhadhabbii yoo ta’u, humna dhabuu, hojii ykn…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Proojektii Daandii Wancii – Dandii ifatti eegalame Sifen Megersa Jun 24, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC) - Ijaarsi Proojektii Daandii Wancii - Dandii ifatti eegalamuu ibsameera. Ijaarsi Proojektii Daandii Wancii kun Kiiloomeetira 32 kan dheeratu yoo…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan Prootokoolii maanguddoota Afrikaa raggaasiifte Sifen Megersa Jun 24, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC) - Ityoophiyaan chaartara mirga namootaa fi ummattootaa Prootokoolii maanguddoota Afrikaa fudhachuun raggaasiifteerti. Prootookoolichi…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Ahimad Shideen durfamu magaalaa Barbaraa gale Obse Wakgari Jun 24, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC)-Jilli olaanaa Ministira Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee, Ministira Ministeera Geejjibaa aadde Daagimaawwi Moogasii fi itti aanaa preezdaantii…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Sabbataatti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbe Sifen Megersa Jun 24, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC) – Balaa Tiraafikaa Magaalaa Sabbataatti muudaten lubbuun namoota 5 yoo darbu namoota 8 irra ammoo miidhan cimaan ga’eera. Bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti eebbi proojektoota marsaa 2ffaa gaggeeffamuufi-Obbo Addisuu Obse Wakgari Jun 24, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti eebbi proojektoota marsaa 2ffaa akka gaggeeffamu Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaan kilaastera Hawaasummaa obbo Addisuu…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigiraayitti dubartoota rakkoof saaxilamaniif deeggarsi taasifamaa jira Obse Wakgari Jun 23, 2021 0 Finfinnee Waxabajji 16/2013/TOI/ Naannoo Tigiraayiitti dubartoota rakkoof saaxilamaniif gargaarsi yaalaa fi maallaqaa taasifamuusaa bulchiisi yeroo naannichaa himeera.…
Oduu biyya keessaa Koreen hojii raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa adeemsa filannoo gamaggamme Obse Wakgari Jun 23, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2013 (FBC)- Koreen hojii raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa adeemsa filannoo gamaggammu isaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad …
Oduu biyya keessaa Filannoo boda fuulleffannaan keenya gara hojii diingadeetti- Jiraatoota magaalaa Asallaa Obse Wakgari Jun 23, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2013 (FBC) Jiraattonni magaalaa Asallaa filannoon booda dimookiraasii filannoo biyyaalessa Itoophiyaa dhugoomsuuf sochiin keenna gara hojii…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqa Makonni Sargee Laavroov waliin mari’atan Obse Wakgari Jun 23, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2013 (FBC)- Itti aanaan Ministira muummee fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqa Makonniin Ministira Dhimma Alaa Raashiyaa Sargee Laavroov waliin…