Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa muudama adda addaa laate Obse Wakgari Feb 28, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 21, 2013 (FBC)- Caffeen Oromiyaa yaa’ii idilee 13ffaa waggaa 6ffaa bara hojii Caffee 5ffaa gaggeesseen muudama adda addaa laateera. Haaluma kanaan:-…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni injifannoo Adwaa 125ffaa marii viidiyoo konfiraansiitin Awustaraaliyaatti kabajame Obse Wakgari Feb 28, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 21, 2013 (FBC)-Ayyaanni injifannoo Adwaa 125ffaan qopheessummaa Embaasii FDRI tiin Awustaraliyaatti marii viidiyoo konfiraansiitin kabajameera. Maricharratti…
Oduu biyya keessaa Jilli Aadde Adaanach Abeebee fi itti aanaa preezdaantiin naannoo Harariin durfamu Maqalee gale Obse Wakgari Feb 28, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 21, 2013 (FBC)-Jilli Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee fi itti aanaa preezdaantii obbo Ordiin Baadriin durfamu magaalaa Maqalee…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni injifannoo Adwaa 125ffaan magaalaa Finfinneetti sosochiin ispoortiin kabajame Obse Wakgari Feb 28, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 21, 2013 (FBC)- Ayyaanni injifannoo Adwaa 125ffaan magaalaa Finfinneetti sosochiin ispoortiin kabajameera. Kabaja ayyaanichaarratti itti aantuun kantiibaa…
Oduu biyya keessaa Injifannoo bara ce’aa Ityoophiyaanoonni Adwaarratti agarsiisan dhaloonni ammaa hidha haaromsaa… Sifen Megersa Feb 28, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 21, 2013 (FBC) - Injifannoo bara ce'aa Ityoophiyaanoonni durii Adwaarratti agarsiisan dhaloonni ammaa hidha haaromsaa xummursiisuurratti akka agarsiisan waamichi…
Oduu biyya keessaa Wixinee Labsii Misooma, Bulchiinsaa fi Dabarsa Manneenii Naannoo Oromiyaa ragga’e Sifen Megersa Feb 28, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 21, 2013 (FBC) - Caffeen Oromiyaa Wixinee Labsii Misooma, Bulchiinsaafi Dabarsa Manneenii Naannoo Oromiyaa Murteessuuf Dhiyaate raggaase. Wixinichi sadarkaa garaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,006 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Feb 27, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,006 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 14 darbeera. Sa’aatii 24…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli Tika Nageenyaa fi Odeeffannoo Biyyaalessaa naannoo Tigraayiif Birrii miiliyoona 10… Sifen Megersa Feb 27, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) - Tajaajilli Tika Nageenyaa fi Odeeffannoo Biyyaalessaa naannoo Tigraayiif Birrii miiliyoona 10 deeggarsa taasiiseera. Naannicha deebisanii ijaaruuf…
Oduu biyya keessaa Naannoon Hararii Og barruu fi aartii Oromoo guddissuuf hojjechuu qaba jedhame Sifen Megersa Feb 27, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) - Biiroon Aadaa fi Tuuriizimii naannoo Hararii haala Og barruu fi aartii Oromoo guddissuun danda'amurratti qooda fudhattoota waliin marii paanaalii…
Oduu biyya keessaa Agarsiifni kitaabaa ‘Adwaa yaa dubbifnu’ jedhu Addabaabayii muchummaa Ityoo –… Sifen Megersa Feb 27, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) - Yaadannoo injifannoo Adwaa waggaa 125ffaa sababeeffachuun agarsiifni kitaabaa 'Adwaa yaa dubbifnu' jedhu Addabaabayii muchummaa Ityoo - Kuubaatti…