Shawaa Lixaatti guyyaa filannoo marsaa 6ffaaf biqiltuu miiliyoona 4.6 dhaabuuf qophiin xumuramuu…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) –Godina Shawaa Lixaatti guyyaa filannoo marsaa 6ffaa biqiltuuwwan miiliyoona 4.6 dhaabuuf qophiin xumuramuu Waajjirri Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa…