Oduu biyya keessaa Komishinichi uffata dambii fi Aasxaa jijjiiree agarsiisaa jira Sifen Megersa Jun 19, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) - Komishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee uffata dambii fi Aasxaa jijjiire Addabaabayii Masqalaatti bakka keessummoonni garagaraa argamanitti…
Oduu biyya keessaa Godina Arsii Lixaatti meeshaaleen filannoof barbaachisan yeroon qaqqabuu ibsame Sifen Megersa Jun 19, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) - Godina Arsii Lixaa Aanaa Shaallaatti meeshaaleen filannoo fi meeshaaleen ittisa vaayirasii koronaa yeroon qaqqabuu ibsameera. Meeshaaleen…
Oduu biyya keessaa Ergama biyyaalessaa ga’umsaan ba’uuf qophii guutuu taasiisuu Komishiniin Poolisii Federaalaa… Sifen Megersa Jun 19, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) - Filannoo marsaa 6ffaa milkeessuuf ergama biyyaalessaa ga’umsaan ba’uuf qophii guutuu taasiisuu Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksiiseera.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Chaayinaa talaallii Covid -19 doozii kuma dhibba 1 Ityoophiyaaf arjoome Sifen Megersa Jun 19, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) - Mootuummaan Chaayinaa gama Dhaabbata Fannoo Diimaa Chaayinaan Waldaa Fannoo Diimaa Ityoophiiyaaf talaallii Covid -19 doozii kuma dhibba 1 arjoomera.…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti filannoo marsaa 6ffaaf qophiin xumurame Sifen Megersa Jun 18, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) –Godina Jimmaatti filannoo marsaa 6ffaaf qophiin taasiifamu xumuramuu Waajjirri Qindeessaa Filannoo godinichaa beeksiise. Godinichatti namoonni…
Oduu biyya keessaa Gaazeexeessitoonni idil addunyaa 89 filannoo marsaa 6ffaa gabaasuuf eeyyama argatan gara Ityoophiyaa… Sifen Megersa Jun 18, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) – Gaazeexeessitoonni idil addunyaa 89 filannoo marsaa 6ffaa biyyaalessa gabaasuuf eeyyama argatan gara Ityoophiyaa galuu Abbaan Taayitaa Miidiyaalee…
Idil Addunyaa Preezdaant Saahilawarq hoggantoota garee Taajjabdoota Filannoo Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan Sifen Megersa Jun 18, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen hoggantoota garee Taajjabdoota Filannoo Gamtaa Afrikaa Preezdaantii Naajeeriyaa duraanii Ooliiseenguun…
Oduu biyya keessaa Godina Arsii Lixaatti filannoo marsaa 6ffaa milkeessuuf qophiin xumuramuu ibsame Sifen Megersa Jun 18, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti filannoo marsaa 6ffaa Wiixata dhufu gaggeefamu milkeessuuf qophii ga’aan taasifamu Qindeessaan Boordii Filannoo Godina Arsii…
Ispoortii Tapha Waancaa Awurooppaan Siwiidiin Isloovaakiyaa injifatte Sifen Megersa Jun 18, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) – Tapha Waancaa Awurooppaan Siwiidiin Isloovaakiyaa goolii 1 fi 0n injifatteerti. Tapha biyyoota ramaddii 'E' jalatti ramadaman…
Oduu biyya keessaa Jilli dhimma miidhaa Godaantoota Ityoophiyaarratti mari’atu gara Saa’ud Arabiyaa imale Sifen Megersa Jun 18, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) - Jilli dhimma miidhaa Godaantoota Ityoophiyaarratti mari’atu gara Saa’ud Arabiyaa imaluu ibsame. Jilli hoggantoota olaanoo Ministeera…