Oduu biyya keessaa Kitaabni Ambaasaaddar Dagafee Bulaan barreeffame eebbifame Sifen Megersa Jun 19, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) – Kitaabni mata dureen isaa siyaasaa fi amantiin ijaarsa biyyaa keessatti jedhuun Ambaasaaddar Dagafee Bulaan barreeffame eebbifameera.…
Oduu biyya keessaa Loogii malee amanamummaan filannoo ni raawwachiifna – Raawwachiiftoota Filannoo Sifen Megersa Jun 19, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) - Raawwachiistoonni filannoo loogii malee amanamummaan filachiisuuf kutannoon kan hojjetan ta’uu beeksisan. Godina Arsii Lixaa Aanaa Qoreetti…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti meeshaaleen filannoo marsaa 6ffaaf barbaachisan hundi dhiyaachuu ibsame Sifen Megersa Jun 19, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) - Godina Jimmaatti meeshaaleen filannoo marsaa 6ffaaf barbaachisan hundi dhiyaachuu Waajjirri Qindeensaa Boordii Filannoo beeksiisa. Meeshaaleen…
Oduu biyya keessaa Godina Shawaa Bahaatti filannoo marsaa 6ffaaf qophiin xumuramuu ibsame Sifen Megersa Jun 19, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) – Godina shawa Bahatti filannoo biyyollessaa marsaa 6ffaaf qophiin xumuramuu Waajjirri Qindeessaa Boordii filannoo godinicha beeksise.…
Oduu biyya keessaa Godina Walloo Kaabaatti meeshaaleen filannoo qaqqabaa jiraachuu ibsame Sifen Megersa Jun 19, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) - Godina Walloo Kaabaatti meeshaaleen filannoo qaqqabaa jiraachuu Waajjirri Qindeessaa Boordii Filannoo godinichaa beeksiisee. Godinicha…
Oduu biyya keessaa Filannoo gaggeessuu fi nageenya eegsiisuun ga’ee keenya – jiraattoota magaalaa Boongaa Sifen Megersa Jun 19, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) - Filannoo gaggeessuu fi nageenya eegsiisuun ga’ee isaanii ta’uu jiraattoonni magaalaa Boongaa dubbatan. Birmadummaa biyyaa mirkaneessuuf…
Oduu biyya keessaa Humna Poolisii magaalaa Finfinnee madaalu qopheessuun barbaachisaadha – Aadde Adaanach Sifen Megersa Jun 19, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) – Humna Poolisii magaalaa Finfinnee madaalu qopheessuuf caalmaatti hojjechuun barbaachisaa ta’uu itti aantuun Kaantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen Filaannoo Godina Beenchii Shaakkoo magaalaa Miizaan Amaan qaqqabuu ibsame Sifen Megersa Jun 19, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) - Meeshaaleen Filaannoo Godina Beenchii Shaakkoo magaalaa Miizaan Amaan qaqqabuu Qindeessaa Boordii Filannoo godinichaa beeksiiseera. Itti…
Oduu biyya keessaa Filannoon karaa nagaan akka xumuramuu qophii barbaachisu taasiisuu Komishiniin Poolisii Dirree Dawaa… Sifen Megersa Jun 19, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) - Filannoon marsaa 6ffaa karaa nagaan akka xumuramuu qophii barbaachisu taasiisuu Komishiniin Poolisii Dirree Dawaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Sidaamaa fi Kibbaatti raabsi meeshaalee filannoo harki caalu qaqqabuu ibsame Sifen Megersa Jun 19, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) - Naannoo Sidaamaa fi Kibbaatti raabsi meeshaalee filannoo harki caalu qaqqabuu Waajjirri Qindeessaa Filannoo Damee Kibbaa fi Naannoo…