Naannoo Tigraayitti namoonni qamadii deeggarsaaf dhiyaate gurguruuf yaalaa turan to’ataman
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayitti namoonni dhuunfaan qamadii deeggarsaaf kuntaala kuma 4 fi 500 gurguruuf yaalaa turan to’atamuu Biiroon Nageenyaa Bulchiinsa Yeroo…