Lagnis rakkoonis kan Afrikaa ta’uu isaan furmaata Afrikaa barbaada – Ambaasaaddar Diinaa
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) – Dhimmi Marii Sadee hidha Haaromsaa bu’aa qabeessa kan ta’u Afrikaanoota qofaan ta’uu Dubbii Himaani Ministeerri Dhimma Alaa beeksiiseera.…