Rakkoolee hedduu keessa darbuun injifannoo gurguddoo galmeessineerra – Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) - Waltajjiin gamaggama raawwii hojii bara 2013 fi kallattii hojii bara 2014 naannoo Oromiyaa magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamaa jira.…