Oduu biyya keessaa Mariin waloo Ityoo – Siwiidiin gaggeeffame Sifen Megersa May 28, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen jila Itti aanaa Ministira Alaa Siwiidiin Roobart Raayidibargiin durfamu waliin…
Oduu biyya keessaa Waraanni Ityoophiyaa kaayyoo shororkeessummaa Alshabaab fashaleessuun naannicha qulqulleessaa… Sifen Megersa May 27, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) - Waraanni Ityoophiyaa kaayyoo shororkeessummaa Alshabaab fashaleessuun naannicha qulqulleessaa jiraachuu Soomaaliyaatti ajejaan humna nagaa kabachiisaa…
Oduu biyya keessaa Galmi Abbaa Muudaa Tuulamaa Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuutti eebbifame Sifen Megersa May 27, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) - Galmi Abbaa Muudaa Tuulamaa bakka Hoggantoonni, Abbootiin Gadaa, keessummoonnii fi Jirattoonni argamanitti bulchiinsa Magaalaa Bishooftuu Ganda Haadhootti…
Oduu biyya keessaa Komaandaar Atleet Daraartuun ijaarsa hidha haaromsaa arifachiisuuf hirmaannaan hawaasa cimee akka… Obse Wakgari May 27, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Federeeshinii Atleetiksii Ityoophiyaa Komaandar Atleet Daraartuu Tulluu ijaarsa hidha haaromsaa guddichii Ityoophiyaa arifachiisuuf…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti qormaanni kuta 8ffaa Waxabajjii 8 hanga 10, 2013tti laatama Obse Wakgari May 27, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti qormaanni kutaa 8ffaa Waxabajjii 8 hanga 10, 2013tti akka laatamu Biiroon Barnoota Oromiyaa Beeksiiseera. Fuula Feesbuukii keenyan…
Teeknooloojii Ityoophiyaan teeknooloojii Niwukilaaraa faayida nageenyaaf oolchuuf tattaaffii taasiftu Raashiyaan… Obse Wakgari May 27, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan teeknooloojii Niwukilaaraa faayida nageenyaaf oolchuuf tattaaffii taasftuu Raashiyaan akka deeggartuu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Raashiyaa…
Oduu biyya keessaa Boordichi garee taajjabdoota filannoo idil addunyaa 2f beekkamtii laate Sifen Megersa May 27, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) –Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa garee taajjabdoota filannoo idil addunyaa 2f beekkamtii laachuu beeksiise. Boordichi garee Taajjabdoota…
Ispoortii Ziinaddiin Ziidaan leenjisummaarraa gaggeeffaman Sifen Megersa May 27, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) – Leenjisaan Riiyaal Maadriid Ziinaddiin Ziidaan leenjisummaarraa gaggeeffameera. Ziidaan Kilabicha gadi lakkisuuf xaalayaa erga galfatee…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensicha dorgommii biziinasii 15ffaa Gaanaa-Afrikaarratti badhaafamaa warqee ta’e Obse Wakgari May 27, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa orgommii biziinasii 15ffaa Gaanaa-Afrikaarratti badhaafamaa warqee ta’eera. Daandiin qilleensichaa biyyoota Afrikaa…
Idil Addunyaa Rippaablika Diimookiraatawaa Koongootti dhoo’iinsi Volkaanoo muudachuu danda’a jedhame Sifen Megersa May 27, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) - Rippaablika Diimookiraatawaa Koongootti dhoo’iinsi Volkaanoo muudachuu danda’a sodaa jedhuun lammiileen biyyattii hedduun godaansaaf saaxilaman.…