Zimbaabween namticha uffata ‘ekeraan’ nama saamu to’annoo jala oolchite
Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Zimbaabween kutaa Kibba biyyattii Guutuu jedhamu keessatti namticha uffannaa ’ekeraa’ fakkaatu uffatee namoota sodaachisuun saamuun shakkame to’achuu…