Oduu biyya keessaa Mallattoon dorgommii filannoo paartilee siyaasaa ifoome Sifen Megersa Feb 2, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC) - Paartileen siyaasaa seera qabeessa ta’an hundi mallattoo dorgommii filannoo fudhachuu isaanii Boordiin Filannoo Biyyaalessaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti baatiwwan jahaan darbaniitti balaan Ibiddaa 110 muudateera -Komishinii Poolisii… Sifen Megersa Feb 2, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti baatiwwan jahaan darbanitti balaan Ibiddaa 110 muudachuu Komishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Bilbilli bilisaan qaama miidhamtoota tajaajilu eegalame Sifen Megersa Feb 2, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC) – Bilbilli bilisaan qaama miidhamtoota tajaajilu eegalamuu ibsame. Sararri bilbilaa tajaajila bilisaa laatu kun 6768 ta’uu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisaa Juuntaa qofa osoo hin taane harcaatoota siyaasaa isaa walii barbadeesseera –… Sifen Megersa Feb 2, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC) – Raayyaan Ittisaa Juuntaa qofa osoo hin taane harcaatuuwwan faddaaltoota siyaasaa isaa walii barbadeessuu Itaamaajooriin waliigalaa Humna…
Oduu biyya keessaa Hooggantonni olaanoo bulchiinsa magaalichaa miseensoota tumsa bizinasii idil addunyaa Raashiyaa… Obse Wakgari Feb 2, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC)- Hooggantonni olaanoo bulchiinsa magaalaa Finfinnee miseensoota tumsa bizinasii idil addunyaa Raashiyaa magaalaa Seent Piitariisbaarg waliin…
Oduu biyya keessaa Qulqullinni barnootaa Dhaabbilee barnootaa olaanoo dhuunfaa tokko tokko keessatti muul’ate… Sifen Megersa Feb 2, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC) – Qulqullinni barnootaa Dhaabbilee barnootaa olaanoo dhuunfaa tokko tokko keessatti muul’ate sadarkaa yaaddessaarra ga’uu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Chaansilara Jarman Angeelaa Maarkeel waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 2, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad haala waqtaawaa biyyaa fi naannoo dabalatee vaayrasii koroonaarratti Chaansilara Jarman Angeelaa Maarkeel…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa walga’ii idilee 9ffaa har’a gaggeesseen wixineewwan labsii shan qorachuun raggaasiise Sifen Megersa Feb 2, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 9ffaa har’a gaggeesseen wixineewwan labsii shan qorachuun kan raggaasiise yoo ta’u, tokko…
Oduu biyya keessaa Godina Arsii Lixaa Aanaa Nansabootti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 16 darbe Obse Wakgari Feb 2, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC)-Godina Arsii Lixaa Aanaa Nansabootti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 16 darbuu Qajeelchi Poolisii Godinichaa ibseera. Itti gaafatamaan…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Jamaal Bakar daayreektara Ministeera Dhimma Alaa Afroo Isyaa waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 2, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC)-Baahireenitti Hoogganaan Waajjira Qonsilaa FDRI Ambaasaaddar Jamaal Bakar Baahireetti daayreektara daayreektooreeti Ministeera Dhimma Alaa Afroo Isyaa…