Oduu biyya keessaa Tapha Qillee Salaaleetti… Sifen Megersa Jan 6, 2026 0 Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) – Taphni Qillee tapha aadaa irra caalaa dargaggootaan taphatamuudha. Ulee Jirmaan Kubbaa Qillee ija/burii mukaarraa qophaa’een taphatama. Tapha Jibbaa…
Oduu biyya keessaa Shaggar, Bishooftuu, Gadaa fi Adaamaa — Pilaanii Muummee Haaraan Tsehay Guluma Jan 5, 2026 0 Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Pilaanii Muummee Haaraa Magaaloota Shaggar, Bishooftuu, Gadaa fi Adaamaa ilaalchisuun ibsi baasan akka itti aanuutti…
Teeknooloojii Boordichi sirna galmee Diijitaalaa filattoota fi kaadhimamtootaa hojii eegalchiise Sifen Megersa Jan 5, 2026 0 Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Boordiin Filannoo Biyyaaleessaa Itiyoophiyaa sirna galmee diijitaalaa filattootaa fi kaadhimamtootaa hojii eegalchiiseera. Sirna galmee diijitaalaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Qillee sababeeffachuun ciccituun Humna Elektirikaa akka hin muudanne qophii gahaan taasifame… Sifen Megersa Jan 5, 2026 0 Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Wayita Ayyaana qillee ciccituun Humna Elektirikaa akka hin muudanne qophii gahaan taasifame jedhe Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa. Tajaajilichi…
Oduu biyya keessaa Baankiin Awaash Ayyaana Qillee Sababeeffachuun harka qalleeyyiif deegarsa taasise Tsehay Guluma Jan 5, 2026 0 Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Baankiin Awaash Ayyaana Qillee bara 2018 Sababeeffachuun harka qalleeyyii kuma 5 oliif deeggarsa taasise. Baankichi Birrii miiliyoona 50'n harka…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Oomaan waliin mari’atan Ayana Dheressa Jan 5, 2026 0 Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Oomaan Sheek Kaliifaa Biin Alii Al Haartiin waliin…
Oduu biyya keessaa Daandiin asfaaltii Finfinnee irraa gara Kaaba biyyattiitti geessu caccabuun hawaasa komachiise Yonatan Birhanu Jan 5, 2026 0 Finfinnee, Mudde 27, 2018(FMC) - Daandiin asfaaltii Magaalota Muka Xurrii, Fiichee fi Garba Gurraachaa keessa darbee gara Kaaba biyyattii geessu ciccituun jiraattoota Godina Shawaa…
Oduu biyya keessaa Tuutni Gadaa Michillee walannaasaa Halchiisaaf Gooba kenne Tsehay Guluma Jan 5, 2026 0 Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Tuutni Gadaa Michillee walannaasaa Halchiisaaf Gooba kenneera. Sirni Gadaa Oromoo aangoo karaa nagayaatiin walii dabarsuu qofa osoo hin ta'in aangoo wal…
Ispoortii Maanchiister Yuunaayitiid Ruuban Amooriimin gaggeesse Sifen Megersa Jan 5, 2026 0 Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Maanchiister Yuunaayitiid leenjisaa isaa Ruuban Amooriimin gaggeesseera. Yuunaayitiid baatiwwan 14 booda lammii Poorchuugaal Ruuban Amooriim…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Qillee sababeeffachuun Maaddii qoodan Tsehay Guluma Jan 5, 2026 0 Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Qillee sababeeffachuun Jiraattoota magaalichaa kuma 300 oliif maaddii qoodaniiru.…