Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 69 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Caamsaa 9, 2013 (FBC) – Eebila 28 hanga Caamsaa 6,2013tti Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 69 fi kuma dhibba 2 fi kuma 15tti tilmaamamu to’atameera.…