Dooktar Abiy preezdaant Ismaa’eel Omaar Giilleeh ergaa baga gammadanii dabarsan
Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Jibuutii Ismaa’eel Omaar Giilleeh sirna waadaa galuusaanii ilaalchisee ergaa baga gammadanii…