Taaworiin to’annoo daandii qilleensaa 4 Birrii miiliyoona 100 oliin ijaarame boruu ni eebbifama
Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)- Taaworiin to’annoo daandii qilleensaa 4 Birrii miiliyoona 100 oliin ijaaramee guyyaa boruu ni eebbifama jedhameera.
Ijaarsa kun Abbaa Taayitaa Siiviil…