Oduu biyya keessaa Waltajjiin nageenya biyyaalessaa magaalaa Asoosaatti gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jan 6, 2021 0 Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) –Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa jaarsoo biyyaa waliin ta’uun waltajjii nageenya biyyaalessaa magaalaa Asoosaatti gaggeessaa jiru.…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa haleellaa Masjiida Najjaashii irratti raawwatameen gadda itti dhaga’ame ibse Sifen Megersa Jan 6, 2021 0 Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) - Manni Maree Waliigala Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa haleellaa Masjiida Najjaashirratti raawwatameen gadda itti dhaga’ame ibseera. Manni…
Oduu biyya keessaa Duudhaaleen waloomaa keessan ititaa, akeekni keessan ifa, hawwiin keessan qulqulluu, galmi keessan… Wabi Fufa Jan 6, 2021 0 Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) – Ergaa Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Kabaja Ayyaana Dhaloota Yesuus Kiristoos Sababeeffachuun Dabarsan.…
Oduu biyya keessaa Weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi to’achuuf xiyyeeffannoon hojjechuun barbaachisadha- obbo… Sifen Megersa Jan 6, 2021 0 Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) - Weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi to’achuuf hojii qindoomina qabu hojjechuun kan barbaachisu ta'uu itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri…
Idil Addunyaa Isteevan Munshan Hidha haaromsaa dabalatee dhimmoota garaagaraarratti mari’achuuf Sudaanii fi Gibts… Sifen Megersa Jan 6, 2021 0 Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) - Ministirri Ministeera Maallaqaa Ameerikaa Isteevan Munshan Hidha haaromsaa dabalatee dhimmoota garaagaraarratti mari’achuuf Sudaanii fi Gibts…
Oduu biyya keessaa Gabaa ayyaanaa Qilleef dhiheessi oomishaarratti hanqinni hin jiru- Waldaa Hojii Gamtaa Qonna… Wabi Fufa Jan 6, 2021 0 Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) – Gabaa ayyaanaa Qilleef dhiheessi oomishaarratti hanqinni waan hin jireef hawaasni daldaltoota gatii hinmallee dabalaniif akka hin saaxilamne…
Oduu biyya keessaa Dureewwan amantaa ayyaana Qillee bara 2013 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Sifen Megersa Jan 6, 2021 0 Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) - Dureewwan amantaa ayyaana Qillee bara 2013 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Iyyasuus Kiristoos dhalachuu isaan namaa fi Waaqa…
Oduu biyya keessaa Waldichi Lammiilee buqqa’an deebisanii dhaabuuf waamicha deeggarsa namoomaa dhiyeesse Sifen Megersa Jan 6, 2021 0 Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) – Waldaan Qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaa lammiilee sababoota garaagaraan qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’an deebisanii dhaabuuf galii deeggarsa namoomaa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi naannoo Hararii hordooftoota amantaa Kiristiyaanaa maraan ergaa baga nagaan Ayyaana… Wabi Fufa Jan 6, 2021 0 Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) –Bulchiinsi naannoo Hararii hordooftoota amantaa Kiristiyaanaa maraan ergaa baga nagaan Ayyaana Qillee geessaanii dabarseera. Bulchiinsi…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee awwaalchi Aggituu iddoo dhaloota isheetti ta’uu akka qabu… Sifen Megersa Jan 5, 2021 0 Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee biyya Xaaliyaaniitti kan ajjeefamte Aggituu Guddataa iddoo dhaloota isheetti kabajaan awwaallamuuf reeffii gara biyyaa akka…