Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy hoggantoota hojii sadiif muudama laatan Sifen Megersa Apr 5, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota hojii sadiif muudama laataniiru. Haaluma kanaan:- 1. Mahaammad Indiriis…
Vaayrasiikoroonaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,878 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Apr 4, 2021 0 Finfinnee,Bitootessa 26, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,878 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 27 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa dargaggoota, dubartootaa fi namoota harka qalleeyyiif mana jireenyaa fi… Wabi Fufa Apr 4, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee dargaggoota, dubartootaa fi namoota harka qalleeyyiif mana jireenyaa fi sheedoota bakka hojii laateera.…
Oduu biyya keessaa Kutaa Magaalaa Addis Katamaa buufata konkoolaataa xiqqaatti balaan ibiddaa qaqqabe Wabi Fufa Apr 4, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2013 (FBC) – Buufata Awuutobisii Kutaa Magaalaa Addis Katamaa buufata konkoolaataa xiqqaatti balaan ibiddaa qaqqabeera. Wayita ammaa hojjattoonni balaa…
Oduu biyya keessaa Filannoon Marsaa 6ffaa bara kana taasifamuu karaa nagaa qabeessaan akka tahu Koreen Raawwachistuu… Wabi Fufa Apr 4, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2013 (FBC) – Filannoon Marsaa 6ffaa bara kana taasifamuu karaa nagaa qabeessaan akka tahu Koreen Raawwachistuu Nageenya Filannoo Federaalaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan tokkummaa keessoo ishee eeguun walitti hidhamiinsa naanichaaf hojjachuu qabdi-… Wabi Fufa Apr 4, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan tokkummaa keessoo ishee eeguun walitti hidhamiinsa naanichaaf hojjachuu akka qabduu Ityoophiyaatti, Ambaasaaddarri Sudaan Kibbaa Jamsi P…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinnee keessaa gareen walitti dhufe magaalaa Ambootti hawaasa waliin sochii qaamaa… Wabi Fufa Apr 4, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2013 (FBC) – Walta'insi keenya biyya keenyaaf; Nageenyi keenya Tokkummaa fi obbolumma keenyaaf jechuun magaalaa Finfinnee keessaa gareen walitti dhufe magaalaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaa sosochii geejjibaa nageenya tiraafikaa marsaa 7ffaan gulufii biskileetii fi lafoo… Wabi Fufa Apr 4, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2013 (FBC) – Sagantaa sosochii geejjibaa nageenya tiraafikaa marsaa 7faan gulufii biskileetii fi lafoo deemtootaa qindominnaa Abbaan Taayitaa Geejibaa Oromiyaaa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni hariiroo Ityoo – Ameerikaa cimsu hundaa’e Sifen Megersa Apr 4, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2013 (FBC) - Hariiiroo Ityoo - Ameerikaa cimsuuf dhaabbanni dhimmoota ummata Ityoo - Ameerikaa hundaa'eera. Dhaabbatichi Diyaaspooraawwan Ityoophiyaa fayyadamoo…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraay ilaalchisee ibsi miseensoonni biyyoota garee 7 baasan dhugaarraa kan fagaateedha… Sifen Megersa Apr 4, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2013 (FBC) - Naannoo Tigraay ilaalchisee ibsi miseensoonni biyyoota garee 7 baasan tarkaanfii mootummaan fudhataa jiru giddugaleessa kan hin godhanne ta'uu…