Siimpooziyeemiin Aadaa, Seenaa fi Afaanii 14ffaan Silxee kabajamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 26, 2013 (FBC) – Siimpooziyeemiin Aadaa, Seenaa fi Afaanii 14ffaan Silxee addabaabayii michummaatti kabajamaa jira.
Akkasumas guyyaan bulchiinsi godina Silxee ofiin of…