Ministeerri Fayyaa meeshaalee yaala fayyaa waliigaltee liqaa salphaa yeroo dheeraan bitaman fudhate
Finfinnee, Bitootessa 24, 2013 (FBC) – Ministeerri Fayyaa meeshaalee yaala fayyaa waliigaltee liqaa salphaa yeroo dheeraa Baankii Eegziim waliin taasiifamee Doolaara miiliyoona 30 bitaman…