Baazaarii fi Agarsiifni Waldaalee Hojii Gamtaa Biyyaaleessaa 8ffaan guyyaa har’aa baname
Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Baazaarii fi Agarsiifni Waldaalee Hojii Gamtaa Biyyaaleessaa 8ffaan hanga Bitooteessa 13, 2013tti turu Magaalaa Finfinnee Giddugala Aadaa Oromootti…