Obbo Taaggasee Caafoon Seneetar Jiim Inhoofen waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC) – Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa obbo Taaggasee Caafoon Ameerikaatti Seneetara Bulchiinsa Oklaahoomaa Jiim Inhoofen waliin mari’ataniiru.…