Ispoortii Kilabiin kubbaa miilaa magaalaa Adaamaa Leenjisaa haraa muude Sifen Megersa Feb 25, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) - Kilabiin Kubbaa Miilaa magaalaa Adaamaa Zar’aay Muluu Leenjisaa olaanaa taasiisuun muuduu beeksiise. Leenjisaan duraanii Kilabichaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan damee daandii baaburaan galii argamsiisuuf hojjechaa jirti- Aadde Daagimaawit mogaas Wabi Fufa Feb 25, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) – Ministirri Geejjibaa aadde Daagimaawit Mogas Ityoophiyaan damee daandii baaburaa misoomsuun galii argamsiisuuf hojjechaa jiraachuu ibsan.…
Oduu biyya keessaa Obbo Taaggasee Caafoo fi obbo Iristuu Yirdaaw bu’uuraalee misoomaa godina Gaamootti hojjetaman… Sifen Megersa Feb 25, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) - Af Yaa’iin Mana Mare Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasee Caafoo fi itti aanaan Preezdaantii naannoo Kibbaa obbo Iristuu Yirdaaw…
Oduu biyya keessaa Daayreektarri olaanaan Sagantaa Nyaataa Addunyaa deeggarsi namoomaa naannoo Tigraay fooyya’aa… Sifen Megersa Feb 25, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) - Daayreektarri olaanaan Sagantaa Nyaataa Addunyaa Deeviid Beezliin deeggarsi namoomaa naannoo Tigraayitti taasiifamaa jiru fooyya’aa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalaaa Finfinnee Ijaarsa Hospitaalota waliigalaa lamaa eegalchiise Wabi Fufa Feb 25, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) – Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee kutaa magaalaa Nifaas Silki Laaftoo fi Kolfee Qaraaniyootti Hospitaalota…
Oduu biyya keessaa Yuuniyeeniin Qonnaan Bultootaa Buna Oromiyaa Mana Kuusaa Toonii kuma 16 qabatu eebbifame Wabi Fufa Feb 25, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) – Yuuniyeeniin Qonnaan Bultoota Bunaa Oromiyaa mana kuusaa bunaa toonii kuma 16 qabatu danda’a Birri miiliyoona 47 ta'uun Godina Gujii Lixaa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Boordiin Filannoo Biyyaaleessaa qajeelfamni lakk. 7/2013 keyyanni 16(2) akka haqamu murteesse Wabi Fufa Feb 25, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaaleessa filannoo waliigalaa marsaa 6ffaaf galmee kaadhimamtootaa raawwachaa jiraachu ibsameera. Adeemsa galmee…
Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa Yaaíi Idilee 13ffaa waggaa 6ffaa bara hojii 5ffaa har’aa eegalee ni gaggeesa Sifen Megersa Feb 25, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) - Caffeen Oromiyaa Yaaíi Idilee 13ffaa waggaa 6ffaa bara hojii 5ffaa Gurraandhala 18-21/2013 kan gaggeesu ta’uu ibsame. Yaa’íi idilee 13ffaan…
Oduu biyya keessaa Naannoon Beenishaanguul Guumuuz naannoo Tigraayiif Birrii miiliyoona 15 deeggarsa taasiise Sifen Megersa Feb 25, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) - Bulchiinsi Mootummaan naannoo Beenishaanguul Guumuuz naannoo Tigraayiif Birrii miiliyoona 15 fi Ambulaansii 1 deeggarsa taasiiseera. Naannoo…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Naasiisee Caalii hoggantoota mootummaa olaanoo Kaanaadaa waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 25, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) - Kaanaadaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Naasiisee Caalii hoggantoota mootummaa olaanoo Kaanaadaa waliin haala waqtaawaarratti…