Ityoophiyaanoonni 300 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC) - Ityoophiyaanoonni 300 Saa'ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyyaa deebi'aniiru.
Bakka bu'aan Daayreektara Jeneraalaa dhimmoota Qoonsilaa…