Oduu biyya keessaa Waancaan Hidha Haaromsaa Guddichi Harariin gale Obse Wakgari Feb 5, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Waancaan Hidha Haaromsaa Guddichii naannoo Hararii galeera. Waancichi Hammarreessaa wayita ga’uu simannaan ho’aan taasifameefiira. Waancichi…
Idil Addunyaa Baayidaan Yamanitti lola gaggeeffamaa jiruuf deeggarsa isaanii adda kuta Obse Wakgari Feb 5, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Ameerikaa Joo Baayidaan Yamanitti lola gaggeeffamaa jiruuf deeggarsa isaanii addaan kutu beeksisaan. Yamanitti lola…
Oduu biyya keessaa Aadde Mufariyaat Ergamaa Addaa Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 5, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil Ergamaa Addaa Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Paarifeeyiit Onaangaa-…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee raawwii hojii baatiiwwan 6 gamaaggamaa jira Obse Wakgari Feb 5, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee raawwii hojii baatiiwwan 6 gamaaggamaa jira. Waltajjicharratti itti aantuu kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach…
Oduu biyya keessaa Jiraattonni godina Halaabaa Dooktar Abiy Ahimadiif hiriira deeggarsa ba’an Obse Wakgari Feb 5, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Jiraattoonni naannoo Kibbaa godina Halaabaa Muummee Ministiraa FDRI Dokktar Abiy Ahimadiif hiriira deegarsa ba’aniiru. Jiraattonni kunneen Juuntaan…
Oduu biyya keessaa Ameerikaan filannoo biyyaalessaa fi adeemsaa jijjiirrama Ityoophiyaa ni deeggarti – Ministeera… Obse Wakgari Feb 5, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)-Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkaan Ameerikaan filannoo biyyaalessaa fi adeemsaa jijjiirrama Ityoophiyaa ni deeggarti…
Oduu biyya keessaa Barreessaa olaanaan IGAD Dooktar Warqinaa Gabayyoon Ministiraa Raayyaa Ittisa Biyyaa Poorchugaal… Obse Wakgari Feb 5, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Barreessaa olaanaan Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa (IGAD) Dooktar Warqinaa Gabayyoon Ministira Ministeeraa Raayyaa Ittisa Biyyaa Poorchugaal Jaa’oo…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan marii Hidha Haaromsaan walqabatee taasiifamu cimsitee itti fufti – Dooktar… Sifen Megersa Feb 4, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) - Ityoophiyaan Hidha Haaromsaan walqabatee waldhabdee ka'u mariin fufuuf tattaaffii taasiifamu cimsitee kan itti fuftu ta'uu Mininistirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Koolleejjiin Yuunvarsiitii odeeffannoo biyyaalessaa ofiisaroota ogummaa Innooveeshinii nageenyaan… Sifen Megersa Feb 4, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) - Tajaajila Tika Nageenyaa fi odeeffaannoo biyyaalessaa jalatti kan argamu Koolleejjiin Yuunvarsiitii odeeffannoo biyyaalessaa ofiisaroota ogummaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 749 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Feb 4, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 749 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 4 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti…