Oduu biyya keessaa Deeksii haaraan filannoorratti qofa hojjetu hundaa’e Sifen Megersa Feb 4, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Komishiniin Poolisii Federaalaa rakkoo filannoon walqabatanii ka’an furuuf Deeksii haaraa filannoorratti qofa hojjetu hundeessuu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Preezdaanti Saahilawarq Ambaasaaddar Wayineesheet Taadaasaa ambaasaaddara guutuu taasuun muudan Sifen Megersa Feb 4, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ambaasaaddar Wayineesheet Taadaasaa ambaasaaddara aanga’aa guutuu taasuun muudaniiru. Preezdaant…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni naannoo Kibbaa lammiilee Tigraayiif Birrii miiliyoona 11.5 deeggarsa taasiisan Sifen Megersa Feb 4, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Jiraattoonni naannoo Kibbaa lammiilee Tigraayiif meeshaalee Birrii miiliyoona 11.5tti tilmaamamu deeggarsa taasiisaniiru. Bakka buutonni ummata…
Oduu biyya keessaa Hojjettoota vaayrasii koroonaan miidhamaniif kan oolu deeggarsi Doolaar miiliyoona 4.5 ifoome Sifen Megersa Feb 4, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Hojjettoota damee uffataalee sababa weerara vaayrasii koroonaan miidhaman deeggaruuf proojektiin Doolaara miiliyoona 4.5 ifoomuu himameera.…
Ispoortii Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 11ffaan Sabbataan yoo injifatu, Jimmaa Abbaa… Sifen Megersa Feb 4, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) –Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 11ffaa har’a gaggeeffameen Sabbataan Adaamaa yoo injifatu, Jimmaa Abbaa Jifaar Bahaar Daar waliin…
Oduu biyya keessaa Boordiin Filannoo Biyyaalessaa ABOn yaa’ii waliigalaa gaggeessuu akka qabu hubachiise Sifen Megersa Feb 4, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Paartiin Adda Bilisummaa Oromo yaa’ii waliigalaa gaggeessuu akka qabu hubachiise. Boordiin Filannoo Biyyaalessa…
Idil Addunyaa Antooniyoo Guuteerees hawaasni addunyaa fonqolcha mootummaa Maaynaanmaar fudhatama akka dhabsiisu… Sifen Megersa Feb 4, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guuteerees hawaasni addunyaa fonqolcha mootummaa Maaynaanmaar fudhatama akka…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Aanaa Fantaalleetti qamadii jallisiin misoomaa jiru daawwate Sifen Megersa Feb 4, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Jilli Sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti Hogganaa kilaastera Misooma baadiyyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu aanaa Fantaalleetti qamadii…
Oduu biyya keessaa Abbootiin qabeenyaa Raashiyaa Ityoophiyaatti misooma damee Innooveeshinii, Teeknooloojii fi… Sifen Megersa Feb 4, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) - Abbootiin qabeenyaa Raashiyaa Ityoophiyaatti misooma damee Innooveeshinii, Teeknooloojii fi Inarjiirratti hirmaachuuf fedhii qabu jedhame.…
Biiznasii Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa sagantaa badhaasa jijjiirraa sharafa alaa marsaa 5ffaan maamiltoota… Sifen Megersa Feb 4, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa sagantaa badhaasa jijjiirraa sharafa alaa marsaa 5ffaan maamiltoota carraan ba’eef badhaaseera. Carraa…