Obbo Dammaqaan Ministira dhimma alaa Neezarlaandis waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makkoonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Neezarlaand Siitiif Blook…