Hojiileen miidiyaa haala yeroofi faayidaa biyyaalessaan murtaa’uu qabu- Obbo Zaadiig Abrahaa
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2017 (FMC)- Miidiyaaleen qabiyyeewwan hojjetan irratti jijjiiramoota hubachuu qabu jedhan Pireezidaantiin Akkaadaamii Hoggansaa Afrikaa obbo Zaadiig Abrahaan.…