Jilli obbo Binnaalfi Andu’aleemiin durfamu Masaraa Mootii Jimmaa Abbaa Jifaar daawwate
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) – Jilli itti gaafatamaa Waajjira Muummee Paartii Badhaadhina obbo Binnalfi Andu'aleemiin durfamu magaalaa Jimmaattii Masaraa Mootii Abbaa Jifaar…