Ityoophiyaannooni 289 Saawud Arabiyaarraa gara biyya deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 14,2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 289 Saawud Arabiyaarra har’a gara biyya deebi’aniiru.
Lammiilee deebi’an keessaa 230 dubartoota, 54 guddattoota yoo ta'an 5…