Gabaan oomisha baatiwwan 6 darbaniitti Birrii biiliyoona 19.8 walbichisiise
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)- Gabaan Oomisha Ityoophiyaa baatiwwan 6 darban keessaatti Birrii biiliyoona 19.8 walbichisiisu beeksise.
Oomishaalee toonii meetirikii kuma dhibba 3…