Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan hojiisanii eegalan Obse Wakgari Nov 11, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeeraa Dhimma Alaa haaraan obbo Dammaqaa Mokonnin har’a ifatti hojiisanii eegalaniiru. Obbo Dammaqaan har’a Ministeera Dhimma Alaatti…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaannoonni 273 Saawuud Arabiyaa gara biyyaa deebi’an Obse Wakgari Nov 11, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC)- Ityoophiyaannoonni 273 Saawuud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru. Lammiileen Ityoophiyaa 273 har’a Saawuud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyya…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisa Biyyaa yeroo ammaa Humaraa hanga Shiraarootti iddoolee garaagaraa to’annoo jala… Sifen Megersa Nov 11, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC) - Raayyaan Ittisa Biyyaa yeroo ammaa Humaraa hanga Shiraarootti haleeluun iddoolee garaagaraa to’annoo jala oolchaa jiraachuu daayreektarri olaanaan…
Oduu biyya keessaa Humni Qilleensaa iddoolee murteessoo ta’an haleeluun faayidaa ala taasiiseera – Meejer Jeneraal… Sifen Megersa Nov 11, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC) - Humni Qilleensaa FDRI iddoolee murteessoo diinaa haleeluun faayidaa ala taasiisuu Ajajaan Olaanaan Humna Qilleensaa Meejer Jeneraal Yilmaa Mardaasan…
Oduu biyya keessaa Aanaa Annaa Sorraatti balaa konkolaataatin lubbuun namoota 4 darbe Obse Wakgari Nov 11, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC)-Godina Gujii aanaa Annaa Sorraatti balaa konkolaataatiin lubbuun namoota 4 darbeera. Balichi konkolaataa uummata Minibaasii jedhamuu magaalaa…
Oduu biyya keessaa Koollejjiin Yuunvarsiitii Odeeffannoo Biyyaalessaa ogeeyyii ogummaa odeeffannoon leenjisaa ture… Sifen Megersa Nov 11, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC) – Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa jalatti kan argamu Koolleejjiin Yuunvarsiitii Odeeffannoo Biyyaalessaa ogeeyyii ogummaa odeeffannoon…
Oduu biyya keessaa Hawaasni magaalichaa raayyaa ittisa biyyaa cinaa ta’uu isaanii haala itti ibsatan sagantaawwan… Sifen Megersa Nov 11, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC) – Jiraattoonni magalaa Finfinnee raayyaa ittisa biyyaa cinaa ta’uu isaanii haala itti ibsachuu danda’an sagantaawwan garaagaraa qindaa’aa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Dhagaa cilee bifa ammayyaan oomishuuf qorannoo bu’aa qabeessummaa, Ji’ooloojii, iddoo fi hanga… Sifen Megersa Nov 11, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC) - Dhagaa cilee bifa ammaayyaan oomishuuf bu’aa qabeessummaa, qorannoo Ji’ooloojii,iddoo fi hanga kuusaa gareen qoratu hundaa’uu Injiinar Taakkalaa Uumaan…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddichaa xumuruuf mootummaa cina akka dhaabbatan qaamoleen siyaasaa ibsan Obse Wakgari Nov 11, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC)- Ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddichaa xumuruuf mootummaa cina akka dhaabbatan qaamoleen siyaasaa garaagaraa ibsaniru. Faanaa Broodkaasting Koorporeet…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Addisuun durfamu godina Arsii aanaa Heexoosaa magaalaa Itayyaa fi aanaa Doddootaa magaala… Obse Wakgari Nov 11, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC)- Jilli Sadarkaa Preezdaantii itti aanaatti Qindeessaan Kilaastara Hawaasummaa obbo Addisuu Araggaatiin durfamu ijaarsa manneen barnoota daree dabalaataafi…