Oduu biyya keessaa Manni maricha boruu walga’ii idileesa ni gaggeessa Obse Wakgari Nov 11, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idileesa 4ffaa bara hojii 6ffaa boruu ni gaggeessa. Waltajjichi galma walga’ii waajjira Muummee…
Oduu biyya keessaa Koreen biyyooleessa dhaabbilee federaalaa hirmaachise deeggarsa raayyaa ittisa biyyaaf taasifamu… Obse Wakgari Nov 11, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC)- Koreen biyyooleessa dhaabbilee federaalaa hirmaachise deeggarsa raayyaa ittisa biyyaaf taasifamu keessummeessu hunda’uu Ministeerri Nageenyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti Boombiin kufee argame dhoohuun nama dhuunfaa tokkorra miidhaa salphaa… Sifen Megersa Nov 11, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti Boombiin kufee argame dhoohuun nama dhuunfaa tokkorra miidhaa salphaa qaqqabsiisuu Komishiniin Poolisii magaalichaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Obbo Abrahaam Allehenyi itti gaafatamaa waajjira Paartii Badhaadhinaa naannoo Amaaraa ta’uun… Sifen Megersa Nov 11, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC) - Obbo Abrahaam Allehenyi itti gaafatamaa waajjira Paartii Badhaadhinaa naannoo Amaaraa ta’uun muudaman. Itti gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa…
Idil Addunyaa Tiraamp filannoo Ameerikaa 2020 injifatamuusaanii amanuu diduun qaaniidha- Baayidan Obse Wakgari Nov 11, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC)- Tiraamp filannoo Ameerikaa 2020 injifatamuusaanii amanuu diduun qaaneessadha jechuun Joo Baayidan ibsaniiru. Sanbata darbee filannoo…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Isiraa’eel Diroonoota weerara hoomaa Awwaannisaa ittisuuf oolan Ityoophiyaaf deeggarsa… Sifen Megersa Nov 11, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC) – Mootummaan Isiraa’eel Diroonoota weerara hoomaa Awwaannisaa ittisuuf oolan 17 Ityoophiyaaf deeggarsa taasiise. Weerara hoomaa Awwaannisaa Ityoophiyaatti…
Oduu biyya keessaa Birmadummaa biyyaa balaarra baraaruuf garee finxaaleyyii seeratti dhiyeessuuf kaayyeeffamee… Sifen Megersa Nov 11, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC) – Lolli gaggeeffamaa jiru birmadummaa biyyaa balaarra baraaruuf garee finxaaleyyii seeratti dhiyeessuuf kan kaayyeeffame ta’uu Ministirri Ministeera Raayyaa…
Oduu biyya keessaa Garee ABUT irraa ergama badii fudhachuun naannoo Sidaamaatti badii qaqqabsisuuf socho’aa kan turan… Obse Wakgari Nov 11, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC)- Garee ABUT irraa ergama badii fudhachuun nageenya hawaasa booreessuf naannoo Sidaamaatti badii qaqqabsisuuf socho’aa kan turan shakkamtoonni 25 to’annaa…
Oduu biyya keessaa Komiishiniin Poolisii Oromiyaa magaaloota fi godinaaletti bilbiloota eeruun itti kennamu ifoomseera Obse Wakgari Nov 11, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC)-Komiishiniin Poolisii Oromiyaa magaaloota fi godinaaletti bilbiloota eeruun itti kennamu ifoomseera. 1. Naqamtee 0576611742 2. Jimmaa 0471120034 3.…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Dooktar Abiy hawaasni naannoo isaa dammaqinaan eeggachuu akka qabu waamicha dhiyeessan Sifen Megersa Nov 11, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hawaasni naannoo isaa dammaqinaan eeggachuu akka qabu waamicha dhiyeessan. Dooktar Abiy biiftuun juuntichaa…