Biiznasii Oomisha Boba’aarratti sirreeffamni gatii taasiifame Sifen Megersa Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) - Gurgurtaa qinxaaboo oomisha Boba'aarratti sirreeffamni gatii taasiifamuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksise. Akka EBCn gabaaseetti bu'aan…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 345vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 345 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 8 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Oduu biyya keessaa Boordichi gabatee yeroo Filannoo marsaa 6ffaa isa dhumaa ifoomse Sifen Megersa Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) - Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa gabatee yeroo filannoo marsaa 6ffaa isaa dhumaa ifoomseera. Boordicha Muddee 16, 2013 bakka hoggantoonni…
Oduu biyya keessaa Hawaasni dorgommii fiigicha guddichaa fi jala bultii ayyaana Cuphaa dabalatee ayyanichi milkiin akka… Obse Wakgari Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC)- Dorgommii fiigicha guddichaa fi jala bultii ayyaana Cuphaa dabalatee ayyaanichi milkiin akka xumuramuuf jiraattoonni magaalaa Finfinnee deeggarsasaa…
Oduu biyya keessaa Sibahaat Naggaa dabalatee hoggantoonni garee Juntaa olaanoo 5 to’annoo jala oolan Obse Wakgari Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC)- Sibahaat Naggaa dabalatee hoggantoonni garee Juntaa olaanoo 5 to’anna jala ooluu itti gaafatamaan qajeelcha humna raayyaa ittisaa Birgaadeer jeneraal…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministiroota waliigaltee doolaraa Ameerikaa liqa dhalarraa bilisaa miiliyoona 200… Obse Wakgari Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC)- Manni Maree Ministiroota walga’ii idilee 94ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota garaagaraa irratti mari’ate murtoo dabarseera. Manni marichaa wixinee…
Oduu biyya keessaa Namoota yeroo fi qabeenya isaanii hunda lammii isaanii garagaaruuf oolachaan jajjabeessuu qabna… Obse Wakgari Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee giddugala guddisa daa’immanii Dooktar kabajaa Abbabachi Goobanaa daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Jimmaatti balaa Ibiddaa qaqqabeen qabeenyarra miidhaan ga’uu ibsame Sifen Megersa Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti Balaa Ibiddaa tasa muudateen qabeenyi Birrii miiliyoona 6tti tilmaamamu manca'uu ibsameera. Qajeelcha Poolisii…
Ispoortii Magaalaan Jimmaa taphoota Priimeyar Liigii keessummeessuuf qophii barbaachisu xumuruu ibsame Sifen Megersa Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Taphoonni Beetkiingii Priimeyar Liigii Ityoophiyaa boqonnaan itti aanu magaalaa Jimmaatti kan gaggeeffamu ta’uu eerrameera. Taphoonni Beetkiingii…
Oduu biyya keessaa Gaazexeessitoonni Afaan Oromoo Dimtsa Wayyaanee ummata dhiifama gaafatan Sifen Megersa Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Gaazexeessitoonni Afaan Oromoon Dimtsa Wayyaanee (DW international) irratti hojjetaa turan ummata dhiifama gaafatan. Gaazexeessitoota Afaan…