Uncategorized Naannoo Beeniishangul Gumuuzitti hojiin misooma sululaa eegalame Sifen Megersa Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Duulli hojii misooma sululaa hirmaannaa hawaasaan gaggeeffamu naannoo Beeniishangul Gumuuzitti har’a ifatti eegalameera. Duulicha godina…
Oduu biyya keessaa Sudaan dhimma daangaa Ityoophiyaa waliin qabdu dippiloomaasii fi mariin akka furamuu Sudaan kibbaa… Obse Wakgari Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Sudaan kibbaa Saalvaa Kiir Sudaan daangaan walqabsiisee dhimma Ityoophiyaa waliin qabdu dippiloomaasii fi mariin akka furamuu yaadachiisaan.…
Oduu biyya keessaa Sosochiin Covid -19 ittisuurratti xiyyeeffate Amajjii 3 eegalee baatiwwan 6f ni gaggeeffama Sifen Megersa Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Sosochiin Covid -19 ittisuurratti xiyyeeffate Amajjii 3 eegalee baatiwwan 6f kan gaggeeffamu ta’uu Ministeerri Fayyaa beeksise. Dhimma…
Oduu biyya keessaa Godina Qellem Wallaggatti hojiin misooma sululaa eegale Obse Wakgari Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC)-Godina Qellem Wallaggatti hojiin misooma sulalaa eegaluu Waajjirri Qonnaa fi Qabeenyaa Uumama godinicha beeksise. Hojiin misooma sululaa kun gguyyoota…
Idil Addunyaa Traamp karaa nagaan aangoo dabarsuuf murteessuu beeksisan Sifen Megersa Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp moo’atamuu isaan amanuun karaa nagaan aangoo dabarsuuf qophii ta’uu beeksisan. Demookraatoonni…
Idil Addunyaa Xiyyaarooonni Booying Max 737 himata hojimata dhoksuun irratti banameen doolaraa Ameerikaa… Obse Wakgari Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC)-Xiyyaaroonni Booying Max 737 hojimataan waliin walqabsiisee odeeffannoowwan nageenya aanga’oota dhoksuutin Ameerikaa keessaatti himata irratti banameen…
Oduu biyya keessaa Hojiin misooma sululaa guutuu Oromiyaatti Amajjii 1, 2013 irraa eegalee ni jalqabama jedhame Sifen Megersa Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Hojiin misooma sululaa guutuu Oromiyaatti Amajjii 1, 2013 irraa eegalee kan jalqabamu ta’uu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanoonni 91 Beeruutii gara biyya isaanii deebi’an Sifen Megersa Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Ityoophiyaanoonni 91 Beeruutii gara biyya isaani deebi’uu ibsameera. Sanada malee Libaanoos jiraachaa kan turan lammiileen kunneen Libaasoositti…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 441 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Jan 7, 2021 0 Finfinnee, Muddee 29, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 441 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 1 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni olaanoon garee finxaaleyyii 9 too’annoo jala oolan Sifen Megersa Jan 7, 2021 0 Finfinnee, Muddee 29, 2013 (FBC) - Hoggantoonni olaanoon garee Juuntaa 9 too'annoo jala ooluu itti gaafatamaan qajeelcha humna raayyaa ittisaa Birgaadeer jeneraal Tasfaayee Ayyaalew ibsan.…