Jiraattoonni magaalaa Shaambuu hiriira nagaa ba’uun gochaa ABO Shanee balaaleeffatan
Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) – Godina Horroo Guduruu Wallagaatti jiraattoonni magaalaa Shaambuu fi aanaa Horroo hiriira nagaa ba’uun gochaa ABO Shanee balaaleeffataniiru.…